Galmi leenjii kanaabaratoota odeeffanno fi dandeettii Miidhaa Miiraa Daa’ima akka argatan gochuudha. Baruuleen kun mallatoolee miidhaa miiraa, baratoota miidhaan miirra yeroo dheeraaf daa’ima irratti miidhaan inni geesisu, tarsiimoo gidduu galuu fi baratoonii qabeenya naannoo isaanii akka addaan baasanii fi miidhamtoota akka gargaaraniif kaayyoo kaawateera.

Self enrolment (Student)
Self enrolment (Student)