Don't know where to start?

Begin with learning the basics of child theology with Child Church and Mission!

“Child, Church, and Mission shows you how to reach, equip, and empower children to maximize their transformational impact and mobilize them for continuing impact throughout the rest of their lives. This is the way to re-energize your church ministry.”

—Luis Bush, International Facilitator, Transform World Connections

 

Learn More

    Available courses

    በዚህ የመስመር ላይ የመማር ተሞክሮ አማካኝነት ሕፃናትን የመጠበቅ አስፈላጊነት እና ሕፃናትን መጠበቅ በልጆች ላይ እንዴት ጤናማ ውጤቶችን እንደሚያበረታታ መጽሐፍ ቅዱሳዊ እና ሞራላዊ ግንዛቤን ያገኛሉ። በተጨማሪም፣ ተማሪዎች በ Compassion የሕፃናት ጥበቃ የቁርጠኝነትና የሥነ ምግባር ደንብ መግለጫዎች መሰረት ከተማሪዎች ስለሚጠበቁ ባህሪዎች እና ተቀባይነት በሌላቸው ባህሪዎች ዙሪያ መረጃዎችን ያገኛሉ።

    ይህ የመስመር ላይ የልጆች ጥበቃ ስልጠና Compassion-ተኮር ፖሊሲዎችን እና የልጆች ጥበቃ አቀራረቦችን ያካትታል። ይሁን እንጂ፣ ይዘቱ በኢየሱስ ክርስቶስ የተወከሉትን ሕፃናትን ለመንከባከብ እና ለመጠበቅ ቁርጠኛ ለሆኑ ተማሪዎች በሙሉ የሚገኝ ሲሆን በነሱም ላይ ተፈጻሚነት ይኖረዋል።

    በዚህ ኮርስ መጨረሻ ላይ ተማሪዎች በኮርሱ ውስጥ የተዘረዘሩትን የሚጠበቁ ባህሪዎች ለመጠበቅ በመስማማት የቃልኪዳን መግለጫ እንዲፈርሙ ይጠየቃሉ።

    Muuxannoo barnoota kan sarara kana irra, barbaachisummaa eegumsa ijoolleef godhuu fi eegumsa ijoolleef godhuun akamitti bu’aa ijoolleef faaydaa qabu aka jajjabeessuu hubbannoo Macaafa Qulqulluu fi safuu argatuu. Dabalataan, barattooni amala daa’imaan waliin fudhatama qabuu fi amala fudhatama hin qabnee irra odeefnnoo kan Ejjannoo Kutannoo Eegumsa Ijoollee fi Kaayyoo Naamusaa Compassion irrtti hundaa’e ni argatuu.

    Barumsi leenjii eegumsa ijoollee sarara gubbaa kun, eegumsa ijoolleef imaammatawwan fi adeemsawan Compassion iff adda ta’an dabaluu. Hatahuu garuu, qabiyyeen kun baratoota karaa Yesuus Kiristoos barsiisetti daa’imanif kunuunssaa fi egumsa godhuuf kutatan hundaaf kan argamuu fi hujirra ooluu taha.

    Dhuma koorsii kanarratti barattooni amala irraa eegamutti buluuf waliigaluu isaanii mirkaneessuuf Ejjannoo Kutannoo mallatteesuun isaanirraa eegama.


    የዚህ ስልጠና ዓላማ ተማሪዎችን በመስመር ላይ የልጆች ወሲባዊ ብዝበዛን (OSEC) ለመቋቋም የሚያስችል መረጃ እና ችሎታ እንዲያገኙ ለማስቻል ነው ፡፡ የ OSEC ምልክቶችን እና ምልክቶችን ለይቶ ለመለየት ፣ አድማጭ ኦዲሲን ለረጅም ጊዜ በሚያስከትላቸው ተፅእኖዎች ላይ ለማስተማር ፣ የተሳትፎ ስልቶችን በማቅረብ እና የተጎጂዎችን ለመፈወስ አማራጮችን ለማግኘት የአከባቢ ሀብቶችን ለመለየት ይረዳል ፡፡

    Galmmii leenjii kana bartoota odeeffannoo fi beekumssa Karaarra/Onlayinii Saaminsaa Saalqunnamtii (KSSD) dhaan hubannoo kennudha.  Kunis malttoo KSSD addaan baafachuu, hirmatota dhiibban KSSD yeroo ammaf bara dheera dhufuuttii kan inni fidu, kana jidduu galuuf tofttaa kaayuu akka sumas baratoonnii daa’ima miidhaan irra ga’e gargaaruuf/wal’aanuuf qabeenya naanno isaanii akkatti addaan baafatan gochuufidha.

    የዚህሥልጠናግብሰልጣኞችየልጆችቸልታጥቃት/ አያያዝለመከላከልየሚያስችልመረጃእናክህሎትእንዲኖራቸውማስቻልነው፡፡የቸልታምልክቶችእናመለያዎችንእንዴትለይቶማወቅ፡ተሳታፊዎችቸልታበረዥምጊዜሂደትየሚያስከትለውንተጽእኖእንዲያውቁማድረግ፡የመፍትሔስልትመቀየስእናተሳታፊዎችለተጠቂዎችማገገምአማራጭየሚሆኑበዙሪያቸውያሉነገሮችንእንዲለዩመርዳትነው፡፡

    Galmi leenjii kanaa odeeffannoo fi dandeettiiwaa’ee daa’imman dagachuu  hidhachiisuudha.Kunis mallattoofi jijjirama dagachuu akka adda baasanif,  dhiibban dagachuun yeroo ammaf bara dheera dhufuuttii fidumaal akka ta’e barsiisuu, kana jidduu galuuf tofttaa kaayuu akkasumas baratoonnii daa’ima miidhaan irra ga’e gargaaruuf/wal’aanuuf qabeenya naanno isaanii akkatti addaan baafatan gochuufidha.

    የዚህስልጠና ግብ ሰልጣኞች የልጆች ስሜታዊ ጥቃትን መድረስ የሚያስችሏቸውን መረጃዎች እና ክህሎቶች ማስታጠቅ ነው፡፡ የስሜታዊ ጥቃት ም ልክቶች ንእንዴት መለየት ማስቻል፣ ታዳሚን ስለ ስሜታዊ ጥቃት ዘላቂ ተጽኖ ማስተማር፣ ሊሰጡ የሚችሉ  አገልግሎት ስልቶችን ማቅረብ እና ሰልጣኛች ጥቃት የደረሰባቸው ልጆችን ፈውስየሚረዱ በአካባቢያቸው ያሉየሃብት አማራጮችን መለየት ማስቻል ነው፡፡

    Galmi leenjii kanaabaratoota odeeffanno fi dandeettii Miidhaa Miiraa Daa’ima akka argatan gochuudha. Baruuleen kun mallatoolee miidhaa miiraa, baratoota miidhaan miirra yeroo dheeraaf daa’ima irratti miidhaan inni geesisu, tarsiimoo gidduu galuu fi baratoonii qabeenya naannoo isaanii akka addaan baasanii fi miidhamtoota akka gargaaraniif kaayyoo kaawateera.