Galmi leenjii kanaa odeeffannoo fi dandeettiiwaa’ee daa’imman
dagachuu hidhachiisuudha.Kunis mallattoofi jijjirama dagachuu akka adda
baasanif, dhiibban dagachuun yeroo ammaf bara dheera dhufuuttii fidumaal
akka ta’e barsiisuu, kana jidduu galuuf tofttaa kaayuu akkasumas baratoonnii
daa’ima miidhaan irra ga’e gargaaruuf/wal’aanuuf qabeenya naanno isaanii
akkatti addaan baafatan gochuufidha.