Galmmii leenjii kana bartoota odeeffannoo fi beekumssa Karaarra/Onlayinii Saaminsaa Saalqunnamtii (KSSD) dhaan hubannoo kennudha.  Kunis malttoo KSSD addaan baafachuu, hirmatota dhiibban KSSD yeroo ammaf bara dheera dhufuuttii kan inni fidu, kana jidduu galuuf tofttaa kaayuu akka sumas baratoonnii daa’ima miidhaan irra ga’e gargaaruuf/wal’aanuuf qabeenya naanno isaanii akkatti addaan baafatan gochuufidha.

Self enrolment (Student)
Self enrolment (Student)