Kutaa 2 kan 2 kan leenjii kompiyuutara irratti hundaa’e hojjattoota fi tola’ooltota waldaa akka daa’imman hawaasa isaanii keessatti miidhama irraa fayyaniif gargaaru. 

Eeggumsa Daa’immani: Leenjiin Eeggumsa Daa’immanii Miidhama Boodaa koorsiiwwan kompiyuutaraan kennaman lama fi barannoowwan kallattii sadi of keessatti hammata. Barannoowwan hojjattootan Wajjira Of kenniinsa Biyyaalessaatin qophaa’ee kennama. Waraqaa ragaa leenjichaa argachuudhaf, barattootni qabiyyeewwan leenjichaa hunda xumuruu qabu.

1. Eeggumsa Jalqabaa Miidhama Boodaa, Kutaa 1 (koorsii) 
2. Barannoo 1
3. Eeggumsa Jalqabaa Miidhama Boodaa, Kutaa 2 (koorsii)  < – Ati As Jirta!
4. Barannoo 2
5. Barannoo 3 – Ragaa Laachu

Warqaan ragaa naanoo keetti erga leenjii karaa kompiyuutaraa kennamu fi barannoowwan leenjii irratti hirmaattee booda siif kennama.

Self enrolment (Student)
Self enrolment (Student)