Leenjiin kompiyuutara irratti ih undaa’e Kutaa 1 kan 2 hojjattoota fi tola ooltota waldaa daa’imman haala rakkoo isaan irra ga’e irraa akka dandamatan gargaaruuf dandeessisu. 

Eeggumsa Daa’immani: Leenjiin Eeggumsi Jalqabaa miidhama boodaa koorsiiwwan miidhama irratti hundaa’an lama barannoowan sadi qaba. Barannoowwan hojjattootan Wajjira Of kenniinsa Biyyaalessaatin qophaa’ee kennama.  Waraqaa ragaa leenjichaa argachuudhaf, barattootni qabiyyeewwan leenjichaa hunda xumuruu qabu.

1. Eeggumsa Jalqabaa Miidhama Boodaa (koorsii)  <–*Ati As Jirta!*
2. Barannoo 1
3. Eeggumsa Jalqabaa Miidhama Boodaa, Kutaa 2 (koorsii)
4. Barannoo 2
5. Barannoo 3 – Ragaa Laachu

Warqaan ragaa naanoo keetti erga leenjii karaa kompiyuutaraa kennamu fi barannoowwan leenjii irratti hirmaattee booda siif kennama.

Self enrolment (Student)
Self enrolment (Student)