Akeeki leenjii kanaa kaadhimamtoonni beekumsaa fi dandeettii gahaa ta’e akka horataniif ijoollee waliin haala gaariin akka dalaganiifi. Kunis adeemsi qacarriin bu’aa qabeessa akkamiin akka fayyaduu fi dandeetti madaalamaa ta’e kaadhimamtoonni akka qabaatan adda baasuuf gargaara.
Self enrolment (Student)
Self enrolment (Student)