Akka miseensa maatii kompaashinii addunyaa tokkootti  yoo kallattiin isaan waliin hin hojjettu ta’ellee ati falmaa/ttuu daa’immanii fi dargaggootaatii. Koorsii barbaadamu kana irratti  miidhaa, tuffii ykn qisaasama humna daa’immanii fi dargaggoota irratti akkamitti akka ittisuu fi deebii kennuu dandeessu ni baratta. Koorsiichi Dambii Naamusaa kompaashinii  Eegumsaa fi eegumsa-gochuu  Daa’immanii fi Dargaggootaaf beekamtii kennuu of keessatti qabata.