You must be a member of the ForChildren.com community to download resources. Click the buttons below to sign in or sign up!
ምድብ | ጤና |
የግብዓቶ ባለቤት | Compassion International |
Danbiin ittiin bulmaataa kuni miidhaa daa’ima irra gahu kamuu ni mirma. Akkasuma miira na galchii miidhaa daa’ima kam irraayyuu gahu waan humna isaanitiin gochuu danda’anii daa’imman sagantaa isaanii keessatti hirmaachuu fi hirmaannaa isaanii Compassion International keessatti taasisaniif irra gahu hunda ni morma. Haaluma kanaan, hojjattootni Compassion, maatin hojjataa waldaa fi tola ooltotni, Maatin Hojjataa Idiladdunyaa, fi namni sagantaa Compassion keessatti daa’imman wajjin wal qunnamu kamiiyyuu danbii kana kan amala ga’eessotaa daa’imman ilaalchisee fudhata qabuu fin qabne irratti kan waliigalan ta’uu mallatteessuu qabu.
ForChildren.com, presented by Compassion International, offers ideas, learning opportunities and relationships to help equip people who work with children-at-risk. We are a worldwide community of Jesus-followers who are committed to the holistic development of children. We invite you to join us as a collaborative community to share with one another the ideas, experiences, methods and tools that help children thrive even in the midst of adversity.
ForChildren.com is presented by Compassion International, a registered 501(c)3 non profit organization. All resources, courses, and discussions are intended for educational use only, not for profit.